11

(يَا حَيُّ يَا قَيُّومُ بِرَحْمَتِكَ أَسْتَغِيثُ أَصْلِحْ لِي شَأْنِي كُلَّهُ، وَلَا تَكِلْنِي إِلَى نَفْسِي طَرْفَةَ عَيْنٍ)

(Yaa hayyu yaa qayyuum bi rahmatika astaghiisu aslih lii sha’anii kullahuu walaa takilnii ilaa nafsii xarfata ayn)

(Yaa Rabbii jiraataa waan hunda to’ataa! Rahmata keen birmachiifadha. Dhimma kiyya hunda naaf tolchi. Milluu ijaa tokkollee gara lubbuu kiyyaatti na hin hirkisin).

11/12